Nashiidaa Haaraa 2025 Description
Nashiidaa Haaraa bifa qulqullina ol’aanaa fi sagalee ifa ta’een isiniif dhihaatee jira. Nashiidaalee haaraa fi kaka’umsaa yeroo barbaadetti, bakka barbaadetti dhaggeeffadhu.
Appiin kun qunnamtii intarneetii hin barbaachisu – saffisa ol’aanaan dalaga. Itti fayyadamuuf salphaa waan ta’eef, yeroo barbaadetti fi bakka barbaadetti nashiidaa adda addaa dhaggeeffachuu ni dandeessa. 🎧 Amma buufadhuu nashiidaa kaka’umsaafi barumsaa haaraya waliin yeroo dabarsi.

Open up